Jeremiah 29:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana jaarad'a iti gala; oobru oobrad'a, waan isiini baaftu nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Mana ijaaradha'aa keessa jiraadhaa'a, biqiltuu dhaaba'aa daraaraa isaa nyaadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Mana ijaaradha'aatii keessa tee'a'a; ficha'atti woy dhaabadha'aatii midhaan irraa dhaggatane nyaadha'a;