Jeremiah 29:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira anini iti isani geese suni keesati nagayafi hormaata barbaada. Worra dira suniiti jed'a, Waaqa kad'ad'a, wonti akanatiifi yo worri hore isanileeni ya hortani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guddinna qachoota akka ani booji'amtanii keessa jiraattan isin taasisee waan mishaa hawwaa'a; waan jireenna isaanii misha'aatiif na kadhadhaa'a; yoo isaan jireenna mishaa jiraatan isinillee akkasuma jireenna mishaa jiraattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa ani akka isin booji'antanee itti geeffantanu godheefille, nageyaa fi qananummaa halcha'aaf; qachaa saniif gara Mootiin Waan Maraa daadimadha'a; sababille qachaan sun yoo nageya qabaate, isinille nageya hin qabaattan› jedhee dubbateera» ka jedhu.