Jeremiah 29:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maqa kiyyaani waan d'araa isanii faguu jira, anini worra inergine. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raanni isaan maqaa kiyyaan isinitti himan maruu soba; ani sirima isaanitti hin himne; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maqaa kiyyaan raaga dharaa raagan malee ani isaan hin ergine» jedha.