Jeremiah 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Ato Israeliini na lakiftele, worri worra Yuda hama kaani iraa gooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Israa'el hagamillee yoo Rabbiin irraa fagaatte wonti isiin Yihuudaa hin amanamne irraa gar gar taatuun akka jiru»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa anaan, «Yihudaa addatamummaa hin qanne caalaa Israa'elii dhugeeffannaa hin qannetti balcha'a.