Jeremiah 3:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami wollaala qabu nu, yayu AABBO Waaqa keennati ch'ubbamne ch'alla jed'a. Nu mukeeni gugurdo ch'ufa jalati waaqa d'ibi jaalane, gula yaane, seera kanke yakinele jed'a. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atumti akka yakkamtuu taatee fi Rabbii Waaqa kee akka didde amani; ati mukkiin lalise jalatti waaqolee tolfamaa worra ormaa akka waaqeffattee fi akka battoofte, seera kiyyaa ajajamuu diduu keellee himadhu; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ana Mootii Waan Maraa Waaqa keeti finqiltee, naaf ajajamiisa dhabiisaan muka banqaaqaa mara jalatti, ulfinna keeti waaqota ormaatiif waan kenniteef, yakkuma teeti callaa beeki› jedhi.