Jeremiah 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra na didu kana, nati deebia, isani kiyyuma. Anini nama toko dira ch'ufa keesaa fuud'e lamale balbala gosa ch'ufa keesaa fuud'e, gaara Sioniti isani deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii hin amanamne! waan banii kiyya taataniif deebi'aa'a; isin keessaa, qachoota gara garaa keessaa tokko tokko maatii gara garaa keessaallee lama lama filee gara gaara Tsiyoonii isin fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee kolbaa addatamummaa hin qanne, ani abbaa manaa keessan waan te'eef, gara kiyya deebia'a'a! Ani isin keessaa qachaa tokko tokko keessaa nama tokko tokko, fira tokko tokko keessaa nama lama lama filee, gara Xiyoonii hin fida.