Jeremiah 3:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja bari sunini d'ufu, Yerusalemuni barch'uma AABBO Waaqa jed'ani ammalle gochiti ch'uftileeni achiti wolti baate na kad'atti. Worri deebie waan garaani worra jajabaani ch'ubbichi yaadu gula iyyaau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san garuu Yerusaalem ‹Teessoo Rabbii› jedhamtee waamamti; baniin maruu ana waaqeffatu'uuf achitti wol gayan; achiin maayessa isaan worra garaa jabaatuu fi worra yaada hamaa qaban hin ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san isaan Yerusaalemiin, ‹Barcumaa mootummaa Mootii Waan Maraa› hin jedhan; gosi biyya adda addaa marti ulfinna naa kenniisaaf Yerusaalem keessatti wolitti hin qabanti. Achiin duuba isaan mataa jabinnaan fedhii hantuu gadhaa ifii hin hordofanu.