Jeremiah 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israelifi Yudaani takaa taate, wolumaani lafa qara worra iti boojiani, ta mirgati d'ufani, lafa anini duri ababoota isaniti d'aala kenneti galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'elii fi Yihuudaan tokko ta'an; isaan lamaanuu biyya gara kaabaatiin jiruu hulee booji'amanii deebi'an isaan gara lafa abboota isaanii ta duriitii lafa bara baraa godhee isaanii kenneetitti deebi'anii galan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara san sanyiin Yihuda'aatii fi sanyiin Israa'elii lafa kaabaa ta itti booji'amane irraa wolitti deebi'anee, gara lafa ani abbootii isaaniitiif kennee hin dhufan.