Jeremiah 3:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ch'ufti ka AABBO Waaqa iraa gortani, isati deebia; inni isani fayyise nama d'uga isani tolcha. Isani waan jettani, nu AABBO Waaqati deebina, inni Waaqa keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri Rabbiin irraa fagaattanii turtan maruu deebi'aa'a; inni isin oolchaa; worra amanaman isin taasisa. Isinillee akkana jettaniirtan, «Ee! Rabbi Waaqa keenna waan ta'eef gara isaa deebina;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaan addatamummaa hin qanne, addatamumma'aan gara isaa deebi'a'a! Inni adde'etti isin deebisee, worra addatamaa isin hin godha. Isinille, «Inni Mootii Waan Maraa Waaqa keenna waan te'eef, gara isaa hin deebina.