Jeremiah 3:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'achaani gaara irati nu waaqa d'ara kad'annu woma nu imbaane, qarqaarsi Israeli garuma AABBO Waaqa keenna ch'allaa d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin tulloota gubba'atti waaqa tolfamaa duwwaa waaqeffatuun keenna womaa nu hin fayyanne; fayyinni Israa'elii Rabbii Waaqa keenna callaa biratti argama;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Koobotaa fi gaarota irratti waaqota dharaa waaqonfatiis gowwumma'a; dhugumaan Israa'el Mootii Waan Maraa Waaqa keennaan fayyiti.