Jeremiah 3:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo kad'achaani waaqa Baali jed'ani, ka ch'eeraani nama balleesu yayu loonifi reefi dubrafi d'iirale nu d'owarte — waan ababooti teenna haguma duriti hojate horate ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu nu waaqa tolfamaa nama salphisuu sagaduun keenna hori'ii fi hoolota keenna maraa, ijoollee teenna ta dhiiraatii fi ta durbaa maraa fi qabeenna dur abboonni teenna dadhabanii argatan maraa akka dhabnu nu taasiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara ijoollummaa teennaatii jalqabanee waaqoti salphiyyeen sun eloo abbootii teennaa, hoolee isaanii, horii isaanii, ilmaan isaaniitii fi durra isaanii mara nyaatane.