Jeremiah 3:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Yosiani hayyu, AABBO Waaqi waan nani jed'e waan niitiini sharmut'itini Israeli jed'ani suni tolchite, agarte? Isiini naraa gorte kubile d'ed'eertu ch'ufa iraafi mukeeni gugurdo dodoti ch'ufa jalati ya huji sharmut'a hojate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Iyyoosiyaas mooye Rabbi akkana naan jedhe, «Biyyi Israa'elii ta amantaa hin qabne maal akka goote argitee? isiin na dhiiftee gaarran gugurda'aa fi mukkiin lalise jalatti waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa battummaa raawwatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara Yosiyaas mootii te'eeru Mootiin Waan Maraa anaan, «Israa'eliin addatamummaa hin qanne waan hujje dhaggitee? Isiin kooba dheertuu gubba'aa fi muka banqaaqaa mara jalatti sagaagalteerti.