Jeremiah 30:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'ufe isani baase, gosa anini keesati isani firfirse ch'ufa imballeesa, ammo isani imballeesu. Anini yo isani gaargalchele d'uga gula isani gaargalcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isin woliin ta'ee isin fayyisa; banii ormaa ka ani keessa isin bittinneesse maraa hin balleessa, isin garuu hin balleessu; ta'ullee adabbii malee isin hin dhiisu; hagatti isin adaba; ka waan kana dubbate ana Rabbi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isin woliin jira; isin hin gargaara; gosa biyya adda addaa ta odduu isaaniititti isin bittinneesse mara ijjumaa hin balleessa; isin ammoo guutumatti hin balleessu; te'uu malee adoo hin adabin isin hin lakkisu» jedhe.