Jeremiah 30:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani maafi mada teesani ta infayyine jettani teetani bootani? Waan dabi keesani heddate ch'ubbuuni teesani lafa ira dabarteefi, anini akana isani gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun keessan guddatee hammeenni keessanillee guddisee waan guddaa ta'eef, waan fayyummaan isinii hin argamneef, waan dhukkubbii madaa keessaniitiif hin gunguminaa'a; ani akka kanaan isin adabaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin madaa teessan ta hin fayyineef, dhukkubbii madaa teessaniitiif maaf boottan? Yakkaan teessan guddoo, cubbuun teessanille bacaa waan teeteef, ani waan kana mara isin irratti godheera.