Jeremiah 30:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo amma tana nama isani hobaasu ch'ufa inhobaasani, nyaapa keesani ch'ufale imboojiani. Nama isani dabsu ch'ufa dabsani, nama isani saamu ch'ufa saamani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri akka marga horiin dheeduutitti isin dheedan maruu, isaanillee akkasuma hennaa ufiititti dheedamanii nyaattaman; diintonni teessan maruu booji'amanii fudhataman; worri isin saamuu barbaadan maruu hin saamaman; worri isin jalaa waa fudhatan isaan jalaallee akkasuma akka waa fixan godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo Worri isin balleessu marti hin bada; diinoti keessan martinuu hin booji'aman; worri isin saamu hin saamama; worri isin dannabu marti hin dannabama.