Jeremiah 30:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini isani fayyise, mada teesanile qorsa ira kaaya, ato nyaapi keesani, Sionini waan jibbani, nami tokoleeni waan isii iyyaalu jed'ele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni teessan Tsiyoon akkuma gatamtetti hafa'aarti; namni isii oolchu hin jiru yoo jedhanillee ani dhibee keessan maraa irraa isin fayyisa, madaa keessanillee hin fayyisa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keessan isiniin, ‹Xiyoon gatanteerti; ka haajaa isi'ii qabu hin jiru› jedhanulle ani ammoo fayya'atti isin hin deebisa; madaa teessanille hin fayyisa.