Jeremiah 30:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama achi tau faaru d'awate gammade sirba. Anini worra daraarse, worri heddate lafa ira dabra; anini worra ulfeese deebiani worra intufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin achi jiraatan maruu, faaruu galataa faarfatan; gammachu'uun ililfatan; hin baay'atan malee hin diqqaatan; ani isaan kabajja; achiin maayessa hin tuffataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achi keessaa faaruun galataatii fi qoonqoo firinxiixaa hin dhage'anti. Ani isaan hin baceessa malee, laakkossa isaanii hin diqqeessu; Ani ulfinna isaaniif hin kenna malee isaan hin salphatanu.