Jeremiah 30:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama worraani deemuti gosa worraa keesaa d'alata, nami worra fiduleeni worruma keesa d'alata. Nama suni hojja anini yaamu, inni nati ga d'ufa, wonti akanatiifi nami yaamicha male d'ufu injiru worri gumi tiyya tahe, aninileeni Waaqa worraa taha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni isaanii isaanuma keessaa ka'ee isaan bulcha; ani waan ufitti isa dhiyeessuuf gara kiyya dhiyaata; yoo kana hin taane eentu uggee gara kiyya dhiyaata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namuma isaaniititti isaan sooressa; ka isaan bulchulle odduma isaaniitii hin dhalata. Ani gara kiyya isa hin dhikeessa; innille natti hin dhikaata; yoo akkas hin te'in eentu gara kiyya dhikaatiisaaf gama?