Jeremiah 30:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini haga waan inni herege ch'ufa guututi iraa ingaltu. Takaa tana waan kana inuma hubattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsi Rabbii jabaan waan huju'uuf karoorfate uduu hin raawwanne hin deebi'u; yoo hennaan gaye baniin maruu waan kana maraa addaataa hubatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa fedhii ifii adoo hin muummessin mufiin isaa duubatti hin deebitu; bara dhufu'uu jiru keessatti akka dansaa hin hubattan.