Jeremiah 30:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi guyyaani ind'ufa, ka anini gumi tiyya worra Israelitiifi ka Yuda lafa worra iti boojiani keesaa galche, lafa anini duri ababoota worrati d'aala kenneti deebisu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya Israa'elii fi banii Yihuuda'aa deebisee lafa abboota isaanii ta duriitii kennetti isaan deebisa; isaanillee lafa san ta ufii taasifatan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo barri ani kolbaa tiyya Israa'elii fi Yihudaa boojuu keessaa deebisu dhufiisatti jira; ani gara lafa abbootii isaaniitiif kennetti isaan hin deebisa; latti sunille ta isaanii hin teeti» jedhe.