Jeremiah 30:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me heregi, nami d'iira dandae d'iibate ilmaani ind'ala? Anini maafi nama d'iira ch'ufa, ka garaa qabate, aka nad'eeni garaacha ta ch'ininfatu ejaanju arga re? Nama ch'ufa maafi fuuli golgolaa:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee dhaabadha'aa yaadaa'a! dhiirti ciniinsifattee dayuu dandeettii? eeganaa maaf dhiirti maruu akka dubartii deettuutitti harka ufiitiin ka mudhii ufii qabatanii fi fuula badaniiran arga'aara ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me, gaafadha'aatii ilaala'a! Dhiirti deyuu hin dandeettii? Maaf dhiirti marti akka dubartii ciniinsifattuu harka ifiitiin gadhaa ifii qabattee fuulli nama maraa shankaloweeruun dhagga ree?