Jeremiah 30:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani hamaani d'ufuu jira, ka nami takaa arge ind'agayini — guyya gumiini tiyya ta Yakobo gaargaltu, ammo ha taatu worri inuma baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan sun guyyaa atta nama rakkisu! guyyaan akkasii sun hin jiru; worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobiitii bara rakkinnaa ta'a; ta'ullee isaan rakkinna san maraa jalaa hin hafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aanne'e! Guyyaan sun guyyaa hama'a; guyyaan akka isaa hin jiraatu. Sanyii Yaaqoobiitiif guyyaa rakkinnaa ti; isaan ammoo kanuma keessaa hin hafan» jedhe.