Jeremiah 30:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'u: Hojja guyyaani suni d'ufu, anini qaampara morma isaaniti jiru ch'abse sansalata iraa baasa, duuba worri ituma deebie tisse gosa d'ibi intahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Hennaa guyyaan sun gaye qambaraa bulchiinsaa ka lum'a banii kiyyaa irratti fe'ame hin cabsa; achiin maayessa isaan banii ormaatii garbicha hin ta'an;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Ani guyyaa san, waanjoo morma isaanii irraa fuudhee hin cassa; hidhaana isaanille hin kuta; haganaa achi ormi garba isaan hin godhatu;