Jeremiah 31:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini gosa Israeli ch'ufaa Waaqa tahe, worrileeni gumi tiyya tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaan ani gosa Israa'elii maraaf Waaqa ta'uu fi hennaan isaanillee banii kiyya ta'an hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa «Bara san ani fira Israa'elii maraaf Waaqa hin te'a; isaanille kolbaa tiyya hin te'an.