Jeremiah 31:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'ufe gaara Sioni irati sirbe, waan anini kenneefi maache iraa gammada — mid'aani, daad'i d'ad'a, loonifi reele. Worri oobru bisaani quufte fakaata, waan fed'u ch'ufa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isaan deebi'anii gaara Tsiyoonii irratti gammachu'uun faarsan; isaan midhaan, daadhii woyini'ii, dhadhaa ejersaa, eebba hoola'aatii fi horii gaafaa maraa ka ani isaanii kennuun gammadan; akka hulee biqiltu'uu ka bisaan gayaa argatee ta'an; isaan ammaa achi hin gaddan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhufanee gaara Xiyoonii irratti gammadaan hin faarsan; arjooma kiyya, ka midhaaniitiin, ka daadhii woyni'ii o'itu'uu fi zayitii ejersaatiin, ka buruusoo hoole'eetii fi re'e'eetiin, ka raadaa fi jibichaatiin hin gammadan. Isaan akka oorruu bisaan keessa yaa'uu hin te'an; haganaa achi hin gaggabanu.