Jeremiah 31:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qaalole sagale dansaani quubse, gumi tiyyale waan isiini feetu ch'ufa kennafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoota eebba lafaatiin isaan quubsa; ani banii kiyyaa arjummaa kiyya baay'isa; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hayyoota tiyya coomaan hin quussa; kolbaan tiyyalle arjooma kiyyaan hin quutti» jedhe.