Jeremiah 31:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bohu lakisi imimaani ufi ira haaqi. Hujiini atini ilmaani teeti tolchite tokoleeni lafati inhaftu; worri lafa nyaapa keesaa gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin boowuu dhiisa'aa imimmaan uf irraa haqaa'a; wonti isin ijoollee teessanii gootan maruu gatii malee hin hafu; isaan biyya diinaatii deebi'anii dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Raaheliin, «Ati hujii teetiif gatii waan dhaggattuuf, qoonqoo teeti bowicha irraa, ila teeti imimmaan irraa eegadhu; ijoolleen teeti lafa diinaatii hin deebiti.