Jeremiah 31:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abdiini injirti, aka takaa tana ilmaani tante worra ufiti galtu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen teessan waan gara biyya ufii deebi'anii dhufaniif, duranaa abdii qabdan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ati gara duraatiif addii qadda; ijoolleen teeti gara biyya ifii hin deebiti» jedha.