Jeremiah 31:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Efraimu ka laalefate akana jed'u d'agaye: AABBO Waaqa, nu hori mandiida fakaanna, ammo atini nu lenjifte. Nu galchi, nu kurfo jira, aka AABBO Waaqa keennati deebinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin Israa'elii gaddaan hennaa ‹Rabbii keenna nu akka mirgoo hin leenjinee turre; ati garuu ajajamuu nu barsiifte; Ati Waaqa keenna waan taateef, amma gara kee gara Waaqa keennaa nu deebisi nullee hin deebinaa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani dhugumaan aadiisa Efreemii dhage'eera; inni, ‹Ati akka jibicha hin leenjifaminii na adaddee anille adabame; ati Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya waan teeteef, na deebisi, anille hin deebi'a.