Jeremiah 31:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu siraa gorre ammo eege siti deebiu feene, eegi atini nu gorsite nu qajeelchite, nu aka male ch'eere lafa lalale; wonti akanatiifi nu gaafa ijoolle ch'ubbu hojanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoma si irraa fagaannee deemneellee jiraanne amma kunoo aagii galleerra; nu saalfannee, gaabbinee gad uf qabnee laphee keenna tumna; cubbuu hennaa ka'imumma'aa hojjanne maraaf uf ajiifanna› jedhan dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si irraa fagaadheen duuba, deebi'ee gaabbe; ani hubadheen duuba gaddee qoma tiyya dhowadhe. Sababa balleessaa bara dargagummaa tiyyaatiif fokkifadhee salphadhe› jedha.