Jeremiah 31:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Nama woraana jalaa bahe anini lafa gamoojiti naheefi. Gaafa gumiini Israeli guddo boqochu feete,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Israa'el hara baafatu'uuf gara kiyya dhufe worri lafa onaa keessatti woraana irraa hafan ana Rabbii isaanii irraa araara argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan shallaagaa jalaa hatte, goomolee keessatti fudhatama hin dhaggatti; ani foora Israa'elii kenniisaaf hin dhufa» jedha.