Jeremiah 31:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akheekha kara isani garsiisu mid'aasa, kara duri isani gula yaatani qaabad'a. Ee worra Israeli kaa gala, dira duri lakiftaniti dachaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ufiif karaa irra deemtanitti malkata godhaa'a; utubaa hedduu ka karaa isinitti akeeku dhaabadhaa'a; karaa guddaa irra deemtan xiinxalla'aa laalaa'a; isin Israa'el banii kiyya! gara qachoota teessan tanaa dacha'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Israa'el, karaa keetiif beessisa dhaabbadhu; waan karaa mudhisu keyadhu; karaa guddaa irra deentu hubadhu; gara qachaa keetii deebi'i.