Jeremiah 31:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama dad'abi qabu hafuura baase, nama beelti ijeefte sagale quubsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra dadhaban maraa akka hunni isaanii haarawoomu taasisa; worra beelayanii dadhaban nyaachisee isaan quubsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worra dadhabe, hunna isaanii hin haaressa; worra beelaan gaggabe hin quussa» jedha.