Jeremiah 31:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaafasi nami, Anini rafe, ka dad'abi inqamne lafaa kae jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hennaa san baniin hennaa rafnee hirribaa dammandhu haarawoomne› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana irratti ani hirriiba natti mi'oweeru irraa dammaqee asii fi achi ilaale.