Jeremiah 31:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle akuma duri anumani aka mukha worra buqise qaarise, garagalche, bulleese butuche, akasuma anini amma tana aka mukhaa worra oobre, aka mana jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkuma isaan buqqisee diigu'uuf, garagalchee balleessu'uuf, isaan barbadeessu'uufillee hordofa'aa ture; akkasuma deebisee isaan dhaabee ijaaru'uuf isaan hordofa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isaan buqqifamanu, akka isaan diigamanu, akka isaan badanu, balaa isaan irratti fidiisaafille akkuma xiyyeeffadhe, ani isaan ijaariisaa fi dhaabiisaafille hin xiyyeeffadha.