Jeremiah 31:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisi sunini wold'aqisa duri anini ababoota worraa gaafa anini harka kiyyaani worra fuud'e lafa Misiri keesaa baase woliini tolfad'eeni takaaniti. Ato anini d'iirsa worra fakaad'ele, worri wold'aqisa suni injabeesine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan kun akka waadaa hennaa biyya Misiriitii harka isaanii qabee isaan baasu isaan woliin galeetii miti; Ani yoma Waaqa isaanii ta'ellee isaan waadaa ani isaanii kenne waan hin eenneef ani lash isaanitti jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroon tun ta akka gondooroo yennaa abbootii isaanii biyya Gibxi'ii keessaa baasiisaaf, harka qabee isaan sooresseetii moti; ani abbaa manaa isaanii te'ulle isaan gondooroo tiyya waan diiganeef ani dudda isaanitti gale.