Jeremiah 31:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wold'aqisi haraai anini worra Israeli woliini tolfad'u kana; anini seera kiyya qalbi worra keesa kaye, garaa worraa keesati t'aafa. Anini Waaqa worraa tahe, worrileeni gumi tiyya taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waadaan ani ammaa achi banii Israa'elii woliin galu kana; seera kiyya garaa isaanii keessa kaaya; onnee isaanii keessattillee hin barreessa; ani Waaqa isaanii ta'a; isaanillee banii kiyya ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gondooroon ani bara san kolbaa Israa'elii woliin godhadhu ta asii gad jirtu tana: ani seera kiyya qalbii isaanii keessa hin keya; gadhaa isaanii keessalle'etti hin barreessa. Ani Waaqa isaanii hin te'a; isaanille kolbaa tiyya hin te'an.