Jeremiah 31:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi adu ifsa guyya tolche, halkani jiaafi urji ifsaa tolcha. Inni baariini chochoose roraasa; maqaani isaa AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin akka aduun guyya'aan ifu godhu, ka jiininii fi urjiin akka halkaniin ifan seera isaanii baase, ka galaanni akka dambaliin raasu sosochoosu akkana jedha; maqaan isaa Waaqa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aduun guyyaa akka issitu, ji'aa fi urjiin halkan akka issanu, abbaayaa raasee, danbaliin akka shookkittu ka godhe, maqaan isaa Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dade.