Jeremiah 31:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo sila guyya toko ballinna gubbaa biimani, yayaba lafale dandaani, laalani, yo suni ch'alla anini gumi Israeli maro huji worraatifi dida. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi sababaa yakka baniin isaa Israa'el hojjateef isaan gata jedhuun ka danda'amu yoo badhinni sami'ii bikkamee, bu'uurri ardi'ii maruu qoratamee beekkame calla'a; Rabbi waan kana dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ol-gubbaan mikantee hundeen lafaalle qorqorantee yoo beekkante qofa, ani sanyii Israa'elii sababa waan isaan hujane maraatiif isaan hin gata» jedha.