Jeremiah 31:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka dira Yerusalemu ch'ufa deebiani naa jaarani, haguma doofi Hananeliti iti keeyatani Fullo mogaati d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Hennaan dallawa dhaga'aa ka irra taa'anii eegan ka Hanaani'eeliitii jalqabee haga qaccee balbala dallawaa Yerusaalem qachaa tiyya taatee ijaaramtu hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Barri qachaan Yerusaalemii Xelleephoo Hanaani'elii irraa ka'ee haga karra roga dalleyaatitti deebi'ee naaf ijaaramu hin dhufa.