Jeremiah 31:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee, guyyaani ind'ufa, ka nami woi eegu gaareeni Efraimu iraa iyye waan jed'u, koota gara AABBO Waaqa keenna, Sioniti nu yaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri woyinii gaara Efreemii irra taa'anii eegan hennaan ‹koottaa'a gara Tsiyoonii Rabbi Waandhi keenna jiruu dhandhaa› jedhan hin dhufa»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan Eeddoti kooba Efreemii irratti, ‹Kowa'a, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa Xiyoonitti ol baana› jedhanee iyyanu hin dhufa.