Jeremiah 31:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Maro Yakobotiifi gammadani sirba, maro gosa gosa ch'ufa ira guddotifi lalaba, faaru teesani d'aad'a. AABBO Waaqi ya gumi ufi baase, nama hafele ch'ufa ya baase jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Waan Israa'elii banii maraa caaltuutiif gammachu'uun faarfadhaa'a; ‹Rabbi banii ufii hambiseera; worra biyya Israa'elii keessatti hafan maraa ka ufii taasifateera› jedha'aa faaruu galataa faarfadhaa'a
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Marroo kolbaa Yaaqoobiitiif gammadaan faarsa'a! Sooressa guddaa gosa biyya adda addaa kolbaa Israa'eliitiif ilillisa'a. Leellisa keessan dhageessisaa, ‹Ee Mootiin Waan Maraa, kolbaa Israa'elii keessaa worra lubbu'uun hafe baasi!› jedha'a.