Jeremiah 32:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani Israeli, waan siini jed'u: Tatabe tana ta beesisa ira kayaanifi ta beesisa inqamnele fuud'i, aka isiini inhamanne ganna heddu teetu okote faara ke kai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii ‹Ati woraqata wolii galte'ee lamaan ka cufamee fi ka hin cufamne fuudhii meeshaa faaraa keessa kaayii woggaa hedduu akka turu godhi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, Waaqi Israa'elii, ‹Wolii galtee bitta'aa ta chaappaan itti dhowamee fi ta chaappaan itti hin dhowamin tana fuudhiitii, akka isiin yennaa hedduu turtuuf, okkotee keessatti massi.