Jeremiah 32:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi, guddaani Israeli, waan jed'u: Lafa tana keesati nami deebie maneenifi oobrufi oobru zabibu bitata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'ee hennaa biraa biyya tanatti manniin, lafa qonnaatii fi hulee biqiltuu woyini'ii itti dhaabaniin bitan dhufuu danda'a jedheera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa tana keessatti namooti mana, ficha'aa fi oorruu muka woynii itti dhaabbatanu yennaan bitatanu hin dhutti jedha› jedhiin» jedhe.