Jeremiah 32:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini heregaafi mala jaba qabda, waan jabdule siumati tolcha; atini waan nami tolchu ch'ufa agarte huji isaa gula woi kennitaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kaayoon kee gudda'a; hujiin kee jaba'a; waan baniin godhu maraa hin argita; nama maraafuu akka jireennaa fi hujii isaatiin gatii kennita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kaayoon teeti guddo'o; hujiin teetille hunnaametti'i. Ilti teeti waan ilmaan namaa hujju mara dhaggiti; tokko tokkoofuu akka ideensa isaatii fi akka hujii isaatitti gatii isaaf hin kennita.