Jeremiah 32:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini duri lafa Misiri keesati waan mamatiifi akheekha woi tolchite, ammalle haga arrale Israelifi gosa d'ibi keesati waan akana kana tolchite, akasiini gurra baafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati bara durii biyya Misirii keessatti maalale'ee fi waan baasaa gooteerta; ati haga ammaa hujii baasaa kee sanniin banii Israa'eliitii fi namoota biraa jiddu'utti godhuu hin dhiifne; sababaa kanaaf maqaan kee hulee marattuu guddisee dhagayameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati beessisa bilbaasaatii fi maadee biyya Gibxi'ii keessatti hujjeerta; haga adhalle Israa'elii fi ilmaan namaa mara oddu'utti akkasuma hujiisatti jirta; tanaaf maqaan keeti biyya mara keessatti haga adhaa beekkame.