Jeremiah 32:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan mamatiifi akheekha woitini nyaapa keenna mudamsiifte, jabeennafi irre teetiini gumi tante ta Israeli lafa Misiri keesaa baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati jabeennaa fi guddinna keetiin akkasuma gaachena kee ka nama sodaachisuun banii kee biyya Misiriitii baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati beessisaa fi maade'een, jabeenna keeti gudda'aa fi irree teeti hunnaametti'iin, waan guddoo nama bararassuun kolbaa Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa baatteerta;