Jeremiah 32:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Babiloni boola qote dira kana marse had'uu jira. Maro woraanafi beelafi d'ukubatifi diri kunini harka worraa kanati mara. Atini aka wonti ati duri jette guutamte ingarta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo worri Baabiloonii qachattii qabatu'uuf biyyee tuulanii naannaya isi'ii marsa'aaran; lolli, beellinii fi balaan akka qachattiin isaan jala taatu godha; wonti ati isaanitti dubbatte maruu akka isaan irra gawu hin argita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Worri Baabilonii qachaa qabatiisaaf kaabii attam akka itti marsanee ijaaranee ilaali; sababa woraanaatiin, sababa beelaatii fi bala'aatiin worra qachaa kana loliisatti jiru harka worra Baabiloniititti qachaan kun dabarfamee hin kennama. Kunoo akkuma ati dhaggitu, wonni ati dubbatte teeteerti.