Jeremiah 32:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, ee AABBO Waaqa gudda, nami oobru suni gumi durati bitad'i nani jed'e sii, ka ufiftu dira kana diquma worri Babiloni inqabini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaa kiyya! hennaa qachattii san worri Baabiloonii fudhatu'uuf ta'an ati lafa san worra ragaa ta'an afo'otti ka akka lafa san bitu na ajaje si'i.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Goottaa, Mootii Waan Maraa! Qachaan harka worra Baabiloniititti dabarfamee akka kennamu adoo beettuu ati, ‹Dhugaa baatota biratti meeti'iin lafa bitadhu› naan jettee?» jedhe.