Jeremiah 32:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ibida iti kaye maneeni nami gubba isaati hit'aana Baali aarse, daad'i waaqa d'ibi d'ibaayu baasani akasiini na dallansisanile guba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Baabiloonii ta qachattii tana marse dhufanii guban; akkasuma manniin na aarsu'uuf hixaana waaqa tolfamaa ba'aaliif ginnoo gubba'atti aarsanii fi waaqolee tolfamaa biraatiifillee ciincaa waan dhuganii itti dhiyeessanillee hin guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Baabilonii ka qachaa kana loliisatti jiru, seenanee qachaa kana ibiddaan hin guban; mana isaan na aarsiisaaf heellichoo manaa irratti hixaana Ba'aaliif aarsanuu fi mana isaan waaqota dhibi'iif kennansa daadhii woyni'ii itti dhikeessanu san mara hin guban.